Koroonaavaayiras: Kallattiin - ragaa addunyaarratti namoota Covid-19'n qabamaniifi du'an mul'isu
Weerarri koronaavaayirasii addunyaarra tatamsa'uu itti fufeeraa. Biyyoota addunyaa keessatti namoota miliyoona 274,246,334 irratti vaayirasichi argamuun isaa mirkanaa'eera.
Namoonni sababii dhukkuba kanaatiin lubbusaanii dhaban ammoo 5,350,269 ta'u odeeffannoon Yunvarsitii Joon Hopski irraa argame ni mulisa.
Akkasumas akaakkun vaayirasii haaraa Omikroon amma argame ammoo caalaa addunyaarratti yaaddoo umaa jira. Sababiin isaas, akaakuun haaraan biyyoota awurooppaafi biyyoota afriikaa keessaa Afriikaa Kibbaafi Naayijeeriyaatti argame jedhame kunis kan kanaan duraa caalaa saffiisaan dadarba jedhameera.
Akkuma guddaatti eeree, hanga ammaattis addunyaarratti namoonni dhibee kanaan lubbuun isaanii darbes miliyoona shanii ola darbeera
Biyyoonni weerara kana gara jalqabaa to'achuun milkaa'anillee deebiyee itti hammaachuutu himama.
Gabaasi Yunivarsitii Joons Hopkins akka agarsiisutti, biyyoota irra caala dhukkubni kun itti haammaate keessaa Ameerikaan tokkooffarratti argamti.
Ameerikaatti namoonni miliyoona 51 ol vaayirasichaan qabamuun kan mirkanaa'ee yoo ta'u, kanneen kuma 804 ol ta'an ammoo du'aniiru.
Gama biraatiin ammoo talaalliiwwan covid amma biyyoota garaa garaa keessatti lammiileef kennamuun erga eegalamee bubbuleera.
Hanaga ammaattis, talaalliin biiliyoona 8.6 biyyoota addunyaa garaa garaa keessatti tamsaafamuun barameera.
Dhukkubni maqaan COVID-19 jedhamu kennameef kun, sirna hargansuu miidhuun, ho'a qaamaafi qufaa gogaan eegala. Torban tokkoon booda hafuura nama kuta.

Biyyaan kan addda bahe
Addunyaarratti kan mirkanaa'e
Maaloo gutummaatti arguuf barbaadduu keessan haaromsaa
Madda: Johns Hopkins University, aanga'oota naannoo
Lakkoofsa dhumarratti haaromfame 5 Adooleessa 2022 10:59 WD GMT+3
Keessattuu biyyoonni guddatan kan akka Ameerikaa, Xaaliyaanii, UK fi Ispeen kanneen weerara dhukkuba kanaatiin garmalee miidhaman yoo ta'u, gaaga'amni biyyoota hiyyeeyyii irraan gahaa jiruus kan laayyoo hintaane.
Afrikaa keessattis biyyoonni akka Afriikaa Kibbaa fi Masrii biyyoota kanneen sababa dhukkuba kanaatiin lammiileen hedduun jalaa miidhamaniidha. Afriikaan Kibbaa namoota kuma 90, Masriin ammoo lammilee kuma 21 dhiibee kanaan dhabdee jirti.
Ragaa balinaan
*Namoota 100,000 keessaa kan du'e
| USA | 1012833 | 308.6 | 87030788 | ||
| Biraazil | 672033 | 318.4 | 32535923 | ||
| Hindi | 525242 | 38.4 | 43531650 | ||
| Rusiiyaa | 373595 | 258.8 | 18173480 | ||
| Meksikoo | 325793 | 255.4 | 6093835 | ||
| Peeruu | 213579 | 657.0 | 3640061 | ||
| Yunaayitid Kiingidam | 177890 | 266.2 | 22232377 | ||
| Xaaliyaanii | 168604 | 279.6 | 18805756 | ||
| Indoneshiyaa | 156758 | 57.9 | 6095351 | ||
| Firaansi | 146406 | 218.3 | 30584880 | ||
| Iraan | 141404 | 170.5 | 7240564 | ||
| Jarman | 141397 | 170.1 | 28542484 | ||
| Kolombiyaa | 140070 | 278.3 | 6175181 | ||
| Arjeentinaa | 129109 | 287.3 | 9394326 | ||
| Polaand | 116435 | 306.6 | 6016526 | ||
| Ukireen | 112459 | 253.4 | 5040518 | ||
| Ispeen | 108111 | 229.6 | 12818184 | ||
| Afriikaa Kibbaa | 101812 | 173.9 | 3995291 | ||
| Turkii | 99057 | 118.7 | 15180444 | ||
| Romaaniyaa | 65755 | 339.7 | 2927187 | ||
| Filiippiinsi | 60602 | 56.1 | 3709386 | ||
| Chiilii | 58617 | 309.3 | 4030267 | ||
| Haangaarii | 46647 | 477.5 | 1928125 | ||
| Veetinaam | 43088 | 44.7 | 10749324 | ||
| Kaanaadaa | 42001 | 111.7 | 3958155 | ||
| Ripablika Cheek | 40324 | 377.9 | 3936870 | ||
| Bulgaariyaa | 37260 | 534.1 | 1174216 | ||
| Maaleshiyaa | 35784 | 112.0 | 4575809 | ||
| Iquwaador | 35745 | 205.7 | 913798 | ||
| Beeljiyeem | 31952 | 278.2 | 4265296 | ||
| Jaappaan | 31328 | 24.8 | 9405007 | ||
| Taayilaand | 30736 | 44.1 | 4534017 | ||
| Paakistaan | 30403 | 14.0 | 1539275 | ||
| Giriik | 30327 | 283.0 | 3729199 | ||
| Baangilaadish | 29174 | 17.9 | 1980974 | ||
| Tuniziyaa | 28691 | 245.3 | 1052180 | ||
| Iraaq | 25247 | 64.2 | 2359755 | ||
| Masirii | 24723 | 24.6 | 515645 | ||
| Koriyaa Kibbaa | 24576 | 47.5 | 18413997 | ||
| Portugaal | 24149 | 235.2 | 5171236 | ||
| Nezarlaandis | 22383 | 129.1 | 8203898 | ||
| Boliviyaa | 21958 | 190.7 | 931955 | ||
| Silovaakiiyaa | 20147 | 369.4 | 2551116 | ||
| Ostiriyaa | 20068 | 226.1 | 4499570 | ||
| Miyaanmaar | 19434 | 36.0 | 613659 | ||
| Siwiidiin | 19124 | 185.9 | 2519199 | ||
| Kaazaakistaan | 19018 | 102.7 | 1396584 | ||
| Paaraagu'aay | 18994 | 269.6 | 660841 | ||
| Guwaatamaalaa | 18616 | 112.1 | 921146 | ||
| Jorjiyaa | 16841 | 452.7 | 1660429 | ||
| Siriilaankaa | 16522 | 75.8 | 664181 | ||
| Sarbiyaa | 16132 | 232.3 | 2033180 | ||
| Morookkoo | 16120 | 44.2 | 1226246 | ||
| Kirooshiyaa | 16082 | 395.4 | 1151523 | ||
| Bosiniyaafi Herzegovinaa | 15807 | 478.9 | 379041 | ||
| Chaayinaa | 14633 | 1.0 | 2144566 | ||
| Joordaanoos | 14068 | 139.3 | 1700526 | ||
| Siwiitizarlaand | 13833 | 161.3 | 3759730 | ||
| Neppaal | 11952 | 41.8 | 979835 | ||
| Moldovaa | 11567 | 435.2 | 520321 | ||
| Israa'el | 10984 | 121.3 | 4391275 | ||
| Honduraas | 10906 | 111.9 | 427718 | ||
| Lebaanoos | 10469 | 152.7 | 1116798 | ||
| Awustiraaliyaa | 10085 | 39.8 | 8291399 | ||
| Azaarbajaan | 9717 | 96.9 | 793388 | ||
| Maqeedooniyaa Kaabaa | 9327 | 447.7 | 314501 | ||
| Saawudi Arabiyaa | 9211 | 26.9 | 797374 | ||
| Liituwaaniyaa | 9175 | 329.2 | 1162184 | ||
| Armeniyaa | 8629 | 291.7 | 423417 | ||
| Kubaa | 8529 | 75.3 | 1106167 | ||
| Koostaa Riikaa | 8525 | 168.9 | 904934 | ||
| Paanaamaa | 8373 | 197.2 | 925254 | ||
| Afigaanistaan | 7725 | 20.3 | 182793 | ||
| Itoophiyaa | 7542 | 6.7 | 489502 | ||
| Arlaand | 7499 | 151.8 | 1600614 | ||
| Yuraagaayi | 7331 | 211.8 | 957629 | ||
| Taayiwaan | 7025 | 29.5 | 3893643 | ||
| Beelaarus | 6978 | 73.7 | 982867 | ||
| Aljeeriyaa | 6875 | 16.0 | 266173 | ||
| Siloveeniiyaa | 6655 | 318.7 | 1041426 | ||
| Deenmaark | 6487 | 111.5 | 3177491 | ||
| Liibiyaa | 6430 | 94.9 | 502189 | ||
| Laativiyaa | 5860 | 306.4 | 837182 | ||
| Venzuweelaa | 5735 | 20.1 | 527074 | ||
| Paalastaayin | 5662 | 120.8 | 662490 | ||
| Keeniyaa | 5656 | 10.8 | 334551 | ||
| Zimbaabwee | 5558 | 38.0 | 255726 | ||
| Suudaan | 4952 | 11.6 | 62696 | ||
| Filaand | 4875 | 88.3 | 1145610 | ||
| Omaan | 4628 | 93.0 | 390244 | ||
| Ripablika Dominikaa | 4383 | 40.8 | 611581 | ||
| El Saalvaador | 4150 | 64.3 | 169646 | ||
| Naamiibiyaa | 4065 | 163.0 | 169247 | ||
| Tiriindaadii fi Tobeegoo | 4013 | 287.7 | 167495 | ||
| Zaambiyaa | 4007 | 22.4 | 326259 | ||
| Yugaandaa | 3621 | 8.2 | 167979 | ||
| Albaaniyaa | 3502 | 122.7 | 282690 | ||
| Norwee | 3337 | 62.4 | 1448679 | ||
| Siriiyaa | 3150 | 18.5 | 55934 | ||
| Naajeriyaa | 3144 | 1.6 | 257637 | ||
| Jaamaayikaa | 3144 | 106.6 | 143347 | ||
| Kosoovoo | 3140 | 175.0 | 229841 | ||
| Kaamboodiyaa | 3056 | 18.5 | 136296 | ||
| Kiriigiistaan | 2991 | 46.3 | 201101 | ||
| Boostiwaanaa | 2750 | 119.4 | 322769 | ||
| Monteenegiroo | 2729 | 438.6 | 241190 | ||
| Maalaawi | 2646 | 14.2 | 86600 | ||
| Istooniyaa | 2591 | 195.3 | 580114 | ||
| Kuweet | 2555 | 60.7 | 644451 | ||
| Emiretoota Araba Gamtomanii | 2319 | 23.7 | 952960 | ||
| Mozaambiik | 2212 | 7.3 | 228226 | ||
| Mongoliyaa | 2179 | 67.6 | 928981 | ||
| Yeman | 2149 | 7.4 | 11832 | ||
| Seeneegaal | 1968 | 12.1 | 86382 | ||
| Kaameruun | 1931 | 7.5 | 120068 | ||
| Angoolaa | 1900 | 6.0 | 101320 | ||
| Uzbekistaan | 1637 | 4.9 | 241196 | ||
| Niiwu Zilaand | 1534 | 31.2 | 1374535 | ||
| Baahireen | 1495 | 91.1 | 631562 | ||
| Ruwaandaa | 1460 | 11.6 | 131270 | ||
| Gaanaa | 1452 | 4.8 | 166546 | ||
| Seengaapoor | 1419 | 24.9 | 1473180 | ||
| Iswaatiinii | 1416 | 123.3 | 73148 | ||
| Maadaagaaskaar | 1401 | 5.2 | 65787 | ||
| Ripablika Dimokraatawa Koongoo | 1375 | 1.6 | 91393 | ||
| Suriinaam | 1369 | 235.5 | 80864 | ||
| Somaaliyaa | 1361 | 8.8 | 26803 | ||
| Guyaanaa | 1256 | 160.5 | 67657 | ||
| Luksabargi | 1094 | 176.5 | 265323 | ||
| Qophiroos | 1075 | 89.7 | 515596 | ||
| Morishiyas | 1004 | 79.3 | 231036 | ||
| Moriitaaniyaa | 984 | 21.7 | 60368 | ||
| Maartiiniik | 965 | 257.0 | 195912 | ||
| Guwaadiluuppi | 955 | 238.7 | 168714 | ||
| Fiijii | 866 | 97.3 | 65889 | ||
| Taanzaaniyaa | 841 | 1.4 | 35768 | ||
| Heetii | 837 | 7.4 | 31677 | ||
| Baahaamaas | 820 | 210.5 | 36101 | ||
| Riyuniyan | 812 | 91.3 | 422769 | ||
| Ivorii Koosti | 805 | 3.1 | 83679 | ||
| Reppablika Demookraatawaa Uummataa Laa’oo | 757 | 10.6 | 210313 | ||
| Maaltaa | 748 | 148.8 | 105407 | ||
| Maalii | 737 | 3.7 | 31176 | ||
| Lesseetto | 699 | 32.9 | 33938 | ||
| Beliize | 680 | 174.2 | 64371 | ||
| Kaataar | 679 | 24.0 | 385163 | ||
| Paapaawaa Niiw Giinii | 662 | 7.5 | 44728 | ||
| Firenchi Polineshiyaa | 649 | 232.4 | 73386 | ||
| Baarbaadoos | 477 | 166.2 | 84919 | ||
| Giinii | 443 | 3.5 | 37123 | ||
| Keep Vardii | 405 | 73.6 | 61105 | ||
| Firenchi Guyaanaa | 401 | 137.9 | 86911 | ||
| Burkinaa Faassoo | 387 | 1.9 | 21044 | ||
| Kongoo | 385 | 7.2 | 24128 | ||
| Seenti Lushiyaa | 383 | 209.5 | 27094 | ||
| Gaambiyaa | 365 | 15.5 | 12002 | ||
| Niiwu Kaaledoniayaa | 313 | 108.8 | 64337 | ||
| Niijar | 310 | 1.3 | 9031 | ||
| Maaldivees | 306 | 57.6 | 182720 | ||
| Gaaboon | 305 | 14.0 | 47939 | ||
| Laayiberiyaa | 294 | 6.0 | 7497 | ||
| Kiraasoo | 278 | 176.5 | 44545 | ||
| Togoo | 275 | 3.4 | 37482 | ||
| NIkaaraaguwaa | 242 | 3.7 | 14690 | ||
| Gireenaadaa | 232 | 207.1 | 18376 | ||
| Brunaayi (Daarusalaam) | 225 | 51.9 | 167669 | ||
| Arubaa | 222 | 208.8 | 41000 | ||
| Chaad | 193 | 1.2 | 7426 | ||
| Jabuutii | 189 | 19.4 | 15690 | ||
| Maayaate | 187 | 70.3 | 37958 | ||
| Iquwaatoriyaal Giinii | 183 | 13.5 | 16114 | ||
| Ayislaand | 179 | 49.5 | 195259 | ||
| Odolawwan Chaanal | 179 | 103.9 | 80990 | ||
| Giinii Biisaaawu | 171 | 8.9 | 8369 | ||
| Siisheelsi | 167 | 171.1 | 44847 | ||
| Beniin | 163 | 1.4 | 27216 | ||
| Komoroos | 160 | 18.8 | 8161 | ||
| Andooraa | 153 | 198.3 | 44177 | ||
| Odoolawwan Salamoon | 153 | 22.8 | 21544 | ||
| Antigu'aafi Baarbudaa | 141 | 145.2 | 8665 | ||
| Beermudaa | 140 | 219.0 | 16162 | ||
| Suudaan Kibbaa | 138 | 1.2 | 17722 | ||
| Tiimoor-Leesii | 133 | 10.3 | 22959 | ||
| Taajiikistaan | 125 | 1.3 | 17786 | ||
| Seeraaliyoon | 125 | 1.6 | 7704 | ||
| Saan Maariinoo | 115 | 339.6 | 18236 | ||
| Saint Vincent fi the Grenadines | 114 | 103.1 | 9058 | ||
| Ripablika Jiddugala Afriikaa | 113 | 2.4 | 14649 | ||
| Ayil ov Maan | 108 | 127.7 | 36463 | ||
| Jibiraaltaar | 104 | 308.6 | 19633 | ||
| Ertiraa | 103 | 2.9 | 9805 | ||
| Sinti Maarteen (Dach) | 87 | 213.6 | 10601 | ||
| Leshitensitaayiin | 85 | 223.6 | 17935 | ||
| Saa’oo Toomee fi Pirinsippee | 74 | 34.4 | 6064 | ||
| Dominikaa | 68 | 94.7 | 14852 | ||
| Seenti Maartiin (qaama Faransaayi) | 63 | 165.8 | 10952 | ||
| Odolawwan Biritish Varjiin | 63 | 209.8 | 6941 | ||
| Monaakoo | 59 | 151.4 | 13100 | ||
| Seenti Kiitsiifi Neeviis | 43 | 81.4 | 6157 | ||
| Buruundii | 38 | 0.3 | 42731 | ||
| Walitti hidhama odoolawwan Nezarlaandis | 37 | 142.4 | 10405 | ||
| Odolawwan Turkiifi Kaayikos | 36 | 94.3 | 6219 | ||
| Odoolawwan Kaayimaan | 29 | 44.7 | 27594 | ||
| Saamo'aa | 29 | 14.7 | 14995 | ||
| Odolawwan Faaro | 28 | 57.5 | 34658 | ||
| Buutaan | 21 | 2.8 | 59824 | ||
| Giriinlaand | 21 | 37.3 | 11971 | ||
| Vaanu'aatu | 14 | 4.7 | 11389 | ||
| Kiriibaatii | 13 | 11.1 | 3236 | ||
| Doonii Damond Princess | 13 | 712 | |||
| Toongaa | 12 | 11.5 | 12301 | ||
| Angu'iilaa | 9 | 60.5 | 3476 | ||
| Monseeraat | 8 | 160.3 | 1020 | ||
| Odolawwan Wallis fi Futuna | 7 | 61.2 | 454 | ||
| Paalaawu | 6 | 33.3 | 5237 | ||
| Seent Baartelemii | 6 | 60.9 | 4697 | ||
| Doonii bashanannaa Ms Zaandaam | 2 | 9 | |||
| Odolawwan Kuuk | 1 | 5.7 | 5774 | ||
| Saint Pierre fi Miquelon | 1 | 17.2 | 2779 | ||
| Odolowwan Foklaand | 0 | 0.0 | 1815 | ||
| Maayikroneshiyaa | 0 | 0.0 | 38 | ||
| Vaatikaan | 0 | 0.0 | 29 | ||
| Odoolawwan Maarshaal | 0 | 0.0 | 18 | ||
| Antaarkitikaa | 0 | 11 | |||
| Seenti Heleenaa | 0 | 0.0 | 4 |
Gutummaa isaa arguudhaaf maaloo barbaadduu keessa haaromsaa
Odeeffannoon kun ragaa yeroo yeroon Johns Hopkins University irraa argamuun midhaaffama. Biyyoota maraaf ragaa wayitaawaa agarsiisuu dhiisuu mala.
**Ragaan namoota haaraa qabamanii darbee avareejii guyyoota sadiiti.Sababii baayyinni namooa qabamanii jijjiramuuf avareejjiin guyyaa kanaaf hinjiraatu.
Madda: Johns Hopkins University, aanga'oota naannoo
Lakkoofsi dhummaa kan haaromfame: 5 Adooleessa 2022 10:59 WD GMT+3
Weerarri koronaavaayirasii kunis Bitooteessa 11 bara 2020 irratti ture weerara (pandemic) addunyaatti Dhaabbata Fayyaa Adunyaa (WHO) tiin kan labsame.
Ergasii as namoonni miliyoona 274 ol ta'an vaayirasii kanaa qabamee jira addunyaa gutuutti.
Ta'us, namoonni vaayirasii kanaan qabaman baayyeen mallattoo dhukkuubbii gadaanaa qofaa waan qabaataniifu waan qoratamneefu lakkaa'uun waan hindanda'amneefu malee baay'inni namoota Covid-19n qabamanii kanaan ol akka ta'u tilamamama.

- SALPHAATTI ADDA BAASUUF: Mallattoowwan koronaavaayirasii maal fa'i?
- KORONAAVAAYIRASII: Gaaffilee keessaniif deebii
- MAAL GOCHUUN QABA: Walirraa fagaachuufi adda of baasanii turuu
- WANTOOTA SAGAL: Waa'ee koronaavaayiras nuti hin beekne
- QUBA QABDUU?: Wal-qunnamtii saalaa fi Koronaavaayiras

















