Aljeeriyaatti qorichi sammuu adoochoo kokeeyinii kg 700 doonii keessatti qabame

Madda suuraa, Algerian Defence Ministry

Ibsa waa'ee suuraa, Eedduun qarqara galaanaa hireen doonii sun buufata galaana Oran dhaabaacifte.

Abbootiin taayitaa biyya Aljeeriyaa qoricha kokeeyinii kg 700 kontiroobaandiin saanduuqa doonii keessatti argame erga qabdeen booda namoota 20 hidhuun dhagahameera.

Dooniin sunis kan foon qorraa biyya Biraaziil baatuu duratti Valeenshiyaa, Ispeen dhaabate.

Ka isiin Aljeeriyaatti buufatuu, shakkiin kaatee maro ajajii guyyaa sadi dhaabachuu dideef.

Hubannoo wa'i arganaan, Eedduun qarqara galaanaa hireen doonii sun buufata galaana Oran dhaabaacifte.

Madda suuraa, Algerian Defence Ministry

Ibsa waa'ee suuraa, Abbootin taita Aljeeriyaaduuban suuraa kokeeyinii qabani maxxansiite

Qorsa sun doonii Laaberiyaa 'Vega Mercury' jedhamttu keessatti qaban.

Ibsa waa'ee suuraa, Maapii Oran, Algeria, fi Valencia, Spain agarsiisuu