Kubbaa Miilaa Addunyaa 2022 - Sagantaa fi Qabxiiwwan taphawwanii
Taphawwan kubbaa miilaa addunyaa 2022 Kaataariitti gaggeeffamu ilaalchisee sagantaawwaniifi qabxiiwwan taphawwanii kallattiidhaan karaa sarara kanaatiin BBC Afaan Oromoorratti hordofu ni dandeessu.
Yeroo dorgommiichi gaggeeffamuutti, sagantaalee taphaa gareewwan biyyaaleessaa qaban, sa'aatiiwwan taphaa fi istaadiyemiiwwan kam keessatti akka taphatamu ilaalichisee battalumaan asiin ni argattu.
Kana malees, jala buunee qabxiiwwan taphawwanii isin biraan geenya. Kanaafu, karaa fuula kana millachuun hin dagatiinaa.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}