Ayyaana shamarran qarreetiif bakka guddaa qabu, Shinooyyee Finfinneetti

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1

Ayyaana shamarran qarretiif bakka guddaa qabu, Shinooyyee Finfinneetti

Shinooyyeefi Goobeen ayyaana waggaa waggaan shamarraniifi dargaggoonni hawwiin eeggatanidha.

Kan bara kanaa Finfinneetti haala kanaan kabajameera.

Daawwadhaa