Kaadhimamtoonni Taphataa Cimaa Kubbaa Miilaa Afriikaa BBC 2017 ifa tahan
Filannoo daqiiqaa muraasaan dura ifa taasifameen: Piyeer Emeriik Obaameyaang, Nabii Keeyitaa, Saadiyoo Maanee, Viiktar Moosis fi Mohaammad Saalaah kaadhimamtoota 5 ta'anii filamaniiru. Jaalattoonni kubbaa miilaa Afriikaa sa'aa kanarraa eegalee taphataa kaadhimamaa keessan marsariitii BBC Ispoort Afrikaa irratti sagalee kennuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataa fi seenaa taphattootaa tokkoon tokkoo yoo barbaaddan:
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}