Suuraalee Afrikaa keessatti kaafaman: Fulbaana 13-19 bara 2019

Suuraalee filatamoo Afrikaa fi Afrikaanota iddoo biraa jiraatanii:

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Dilbataa jaartii tokko filannoo booda quba ishee ittin sagalee kennite yoo agarsiiftu, kunis immoo namni tokko al tokko ol filachuu akka hin dandeenne agarsiisa. Kunis filannoo filannoo pireezdaantummaa Tuniiziyaa...

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, ... Egduun tokko buufata sagalee filannoo Tuniiziiyaa yoo eegu. ...

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Sanbataa moodeeliin Suudan kibbaa Aduut Akeech moodeelii UK keessatti Na'oomii Kampbeel irraa dinqisiifannaa argatte

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Guyyaa Roobii daldaltoonni qurxummii Naayiroobii keessatti argaman qurxummii yemmuu gurguran

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Roobii doktorri tokko poolisoota waliin yoo dubbatu. Doktorroonni eega hogannaan isaanii bade booda hiriira bahaniiru

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Jalqaba torbee kanaatti poolisoonni Burkiinaa Faasoo , Ogaaduuguu namoota shorarkeessummaarratti hiriira bahan waliin.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Roobii dhiiroonni Laayibeeriyaa pireezidaantiin Joorji We'aah sirna awwalchisaarratti hirmaachuuf dhufu yoo egan. Namoonni 27 keessummayyuu daa'imman mana barnootaa keessatti balaa ibiddaatiin du'aniiru.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Guyyaa Wiixataa lammiilee Zimbaabwee sirna awwaalchisaa pireezidantii biyyatti duraanii kan Fulbaana 6 ganna 95tti du'an irratti argaman.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Reeffisaaniis bakka Murombedzi Growth Point jedhamutti awwalame.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Guyyaa lama dura haati warraa isaaniis istaadeyimii biyyaleessatti argamuun geggesaniiru

Suura: AFP, Getty Images , Nur Photo fi Anadolu Agency