Ji'a Ramadaanaa: sa'aatiiwwan soomanaa biyyoota garagaraatti
Jiini Ramadaanaa eegaleera. Ramadaan Kariim!
Muslimoonni biyyoota garagaraa keessa jiran, sa'aatiin fixirii isaanii garaagarummaa qaba. Tarii biyya amma jirtan keessaa gara biyya biraatti imaluuf karoora qabdu taanaan, 'graphics' kun yeroo biyyoota garagaraa keesa jiru isinitti hima. Biyyoota kaarticharra mullatanirra cuqaasuun odeeffannoo argattu.
Madda suuraa, Getty Images
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}