Dorgommii Suuraalee Waraanaa kan bara 2018
Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD
Suuraan ajaa'ibaa wayita helikooptarri mataa loltuurra marsu mul'isu kun Dorgommii Suuraalee Waraanaa kan bara 2018 injifatee jira.
Suuricha irratti kan mul'atu loltuu Gaardiyaan Eenjil yoo ta'u kan kaase ammoo ogeessa suuraalee waraanaa cimaa kan 2018 ta'ee kan filame Ajajaa kudhanii Toom Iivaansidha.
"Waraana keessatti ogeessa suuraa ta'uun gita hojii daran filatamaadha" jedha Iivaans.
Dorgommiin suuraa kun suuraaleen jiruu loltootaa mul'isan guutuu addunyaa irraa walitti qabaman 1500 ol kan irratti dhiyaatan ture.
Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD
Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD
Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD
Dorgomii kana irratti badhaasa gartuu 'proffesional' kan injifatte Ajajjuun kudhanii Beekii Biraawon, suuraa mata duree 'Seeqa Loltuu' jedhuun mo'atte.
Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD
Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD
Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD
Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD
Injifattoonni dorgommii suuraa bara kanaa magaalaa Landan keessatti ifa ta'e.
Gulaalaan suuraa BBC Fiiliip Kooms fi gulaalaan suuraa 'press Association' Maartin Keenee abbootii murtii baranaa turan.
Suuraaleen armaan gadii kanneen dorgommii kanarratti dhiyaatanii injifatan keessaayi.
Madda suuraa, AUO Kate Knight / MOD
Madda suuraa, Sgt Dek Traylor / MOD
Madda suuraa, Senior Aircraftman Amy Lupton / MOD
Madda suuraa, LCoH Adam Blackmore-Heal / MOD
Madda suuraa, Tpr Tom Franks / MOD
Madda suuraa, Sergeant Donald Todd / MOD
Madda suuraa, Sgt Paul Randall / MOD
Suuraaleen hundi mirga abbummaan nama gaafachiisu.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne