Simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 Finfinneetti ture suuraan

Madda suuraa, Empics

Ibsa waa'ee suuraa, Hayyu-duree ABO Daawud Ibsaafi Kantiibaa Itti-aanaa Magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa Simannaa ABO Dirree Masqalaa turerratti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Namoonni simannaaf ba'an yeroo miira gammachuu ibsatan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Deggertootaafi jaallattoota ABO Dirree Masqalaa, Fifinneetti, Fulbaana 15,2018

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran hedduun halluuwwan alaabaa ABotiin fayaman keessaa kun tokko
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota qomee Alaabaa ABO'n faayame simannaa ABOf yeroo qophaa'anitti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Wayita simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 beektota, aanga'ootaafi abbootii siyaasaa turan
Ibsa waa'ee suuraa, Fardeen Hayyu-Duree ABO simachuudhaaf yeroo daandii Booleerra gurmuun gulfuan, Fulbaana 15, 2018

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Alaabaa dur mana namaatti ykn arka namaarratti yoo argamellee yakkamaa nama taasisu ture kunoo addabaabaayiitti ba'eera

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Simannaa ABO irratti dubartoonniifi maanguddoonillee hirmaataniiru, Fulbaana 15, 2018

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Deggertoota ABO Dirree Masqalaa, Finfinneetti uffata aadaafi alaabaatiin faayaman, Fulbaana 15, 2018

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Buufata xiyaaraa Booleetti yeroo Jaal Daawud Ibsaatiin simatanitti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Namoota simannaa ABof fardaan ba'an keessaa muraasa, Fulbaana 15, 2018