Waggaa meeqa jiraattu?
Umurii giddugaleessaan nami tokko jiraatu sadarkaa addunyaatti dabalaa jira. Namootni 2008'tti dhalatan, namoota waggaa 25 dura dhalatan irra gidduugaleessaan ganna dabalataa 7 jiraatu.
Unka gaaffii armaan gadii irratti biyyaa fi saala galchuun daangaa umurii keessanii ilaalaa mee.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}