Medaaliyaa Olompikii hanga ammaa biyyoonni Afrikaa galmeessan
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
Olompikiin Paaris baranaa Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama.
Medaaliyaa warqee caalu eenyutu injifata laata?
Waltajjii ispoortii guddaa kanarratti atileetota Itoophiyaa dabalatee atileetonni biyyoota 200 ol irraa dhufan gosa ispoortii 32 irratti dorgomu.
Atileetota kanaafis walumaa gala medaaliyaa 329'tu qophaa'e.
Kanneen milkaa'aniif medaaliyaan gaafa Adoolessa 27, 2024 jalqabee kennama.
Erga Taphoonni Olompikii eegalaniihoo biyyoonni Afrikaa medaaliyaa meeqa akka argatan beektuu?
Gabaasi asiin gadi kan Itoophiyaa dabalatee medaaliyaa biyyoonni Afrikaa galmeessan nutti hima.
Dhiifama, odeessa kana keessaa kutaa kana, moobaayilarratti agarsiisuu hin dandeenyu

Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}