Waa'ee Chaampiyoons Liigii Awurooppaa hangam beektu?

Madda suuraa, Getty Images

Chaampiyoons Liigiin Awurooppaa kan bara dorgommii 2023/24 eegaluuf jira. Gaafa Kamisaa ramaddiin kilaboota ardii Awurooppaa filatamoo 32 garee saddeetitti (A-H) qoqqoodee carraan walitti fide ifoomeera.

Dorgommiin kubbaa miilaa addunyaa gubbaa si'oominaan eegamu kun, baroota keessatti wantoota hedduu keessummeesseera.

Waa'ee dorgommii kanaa hangam beektu? Gaaffilee kanniin deebisuun sadarkaa beekumsa keessanii baraa.

Dhiifama, odeessa kana keessaa kutaa kana, moobaayilarratti agarsiisuu hin dandeenyu