Suurawwan jala bultii ayyaana Irreechaa magaala Finfinneerraa
Suurawwan jala bultii ayyaana Irreechaa magaala Finfinnee naannoo Addabaabayii masqalaatti.
Namoonni hedduun uffata aadaatiin bareedanii gara addabaabayii masqalaatti imaluun jala bultii irreechaaf qophaa'aa jiru.
Dargaggoonnis garee gareedhaan qoodamuun dhiichisaa, taphachaa jiru.
Kabajni guyyichaa haala nagaatiin akka xumuramu mirkanneessuuf ulaawwan gara addabaabayichaa geessan hundarratti sakatta’iinsi taasifamaa jira.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}