Adaamaa: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaa suuraan

Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti dargaggoota uffataa aadaan miidhaganii sirnicharratti hirmaatan
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti namoota uffata aadaan faayamanii kabajaa oolan keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti kaafame keessaa yeroo tajaajiltoonni amantaa Ortodoskii hiriiraan mul'atan
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti kaafame
Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran sirna Kataraa kanarratti hirmaatan suuraa agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti yeroo luboonni taabota baatanii agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa, Haadholii sirna Qataraarratti kanarratti hirmaatan
Ibsa waa'ee suuraa, Nama sirna galateeffaanna gaggeeffamu afaan qabatee ilaalaa jiru
Ibsa waa'ee suuraa, Namoota sirna amantaa kanarratti meeshaa muuziqaa aadaa hafuufan