Injifannoo Tiraamp booda suurawwaan miira namootaa mul'isan
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 2
Doonaald Tiraamp dorgomtuu isaa Kamalaa Haaris garaagarummaa guddaan injifachuu hordofee Pirezidaantii Ameerikaa itti aanu ta’aniiru, deeggartootnis gammachuu isaanii ibsataa jiru.
Tiraamp Roobii ganama Filooriidaatti maatii fi gorsitoota isaatiin marfamee deeggartootaa isaaf ergaa gammachuu isaa dabarseera.
Kunneen suuraawwaan muraasa miira injifannoo Tiraampi booda agarsiisaniidha
Miira abdii kutannaa deeggartoota kaamalaa Haaris erga Tiirampi injifachuun labsameen booda
Madda suuraa, AFP
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}