'Namoonni waliin suuraa ka'uu jaalatu'
Namni isin beektan dheeraan meetira meeqa dheerata? Lammiin Gaanaa kun ammoo dheerina meetira 2.9 qaba.
Guddinni isaa ammallee garmalee waan guddataa adeemaa jiruuf jecha wallaansaan kana caalaa akka hindeemne gargaaramuuf akka ta'e dubbata.
Namoonni gabaabbadheera jechuun aartan jirtuu?
Garmalees dheeratanii haalaa ittiin gabaabbatamu jiraachuu hin dagatiinaa.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}