Qoodiinsa teessuma paarlaamaa fi bu'aa filannoo Afriikaa Kibbaa 2024
Filannoo waliigalaa Afrikaa Kibbaatti Caamsaa 29, 2024 gaggeeffameen paartiin erga sirni kolonii kufee booda aangoorra jiru -ANCn sagalee caalmaa dhabaa jiraachun barame.
Sababii kanaafuu yoo dhumarratti wayita bu'aa filannoo ifatti ibsamuutti ANC sagalee caalmaa hin arganne ta'e paartiile mormitootaa kaan waliin qindoomina huumuun mootummaa hundeessuuf akka dirqamu himamaa jira.
Bara 1994 irraa kaasee qoodinsi teessuma paarlaamaa biyyattii maala akka fakkaatu asiin gadii hubadhaa.
Dhiifama, odeessa kana keessaa kutaa kana, moobaayilarratti agarsiisuu hin dandeenyu
Bu'aa filannoo Afrikaa Kibbaa 2024
Dhiifama, odeessa kana keessaa kutaa kana, moobaayilarratti agarsiisuu hin dandeenyu
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne
{{rankTranslation}}