Kabaja Ayyaana Cuuphaa suuraan
Madda suuraa, Visit Oromia
Guyyaa har'aa Itoophiyaatti hordoftoonni amantaa Kiristaanaa Ayyaana Cuuphaa kabajaniiru.
Ayyaanni Cuuphaa jala bultiin isaa ALI Amajjii 10 eegalee kan kabajamu yoo ta'u Amajjiin 11 guyyaa ayyaanichaati.
ALI Amajjii 12 illee ayyaanni kuni Qaanaa Zagaliilaan sirnaa ho'aan kabajama.
Ayyaana Cuuphaa dursee Ayyaana Kataraa kabajamuurratti Taabotoonni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa hordoftootaan dabaalamanii gara cuuphaan kabajamu deemu.
Bakkeewwan Ayyaanni Cuuphaa itti kabajamu keessaa tokko keessumaa Finfinneetti Jaanmedaa akkasumas magaalaa Gondar eeruun ni danda'ama.
Magaalaa Baatuuttis ayyaanni kuni sirna ho'aan kabajama. Baatuu, Finfinnee, Gondariifi kaanitti hordoftootaan ala turistoonnis ni argamu.
Ayyaana Cuuphaa guyyaa har'aa kabajame suuraan waan fakkaatu akkanaan walitti qabneerra.
Madda suuraa, Teme
Madda suuraa, EBC
Madda suuraa, ebc
Madda suuraa, Getty Images
Madda suuraa, Harari Police Commission
Madda suuraa, Adanech Abiebie
Madda suuraa, Temesgen Tiruneh
Madda suuraa, Dimtsi Weyane
Madda suuraa, EBC
Madda suuraa, EBC
Madda suuraa, Adanech Abiebie
Madda suuraa, Arba Minch City Communication
Madda suuraa, EBC
Madda suuraa, Visit Oromia
Madda suuraa, Assosa city Communication
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne