Sirna awwaalcha Giiftii Elizaabeet II suuraawwaniin
Sirna awwaalcha Giiftii Elizaabeet II irratti hirmaachuuf keessummoonni addunyaa mara irraa Weestiministeer Abeetti waliitti qabamaniiru.
Maatiin moototaa olaanoon Mootii Chaarlis III dabalate wayita sirna gaggeessaa seena qabeeaa ta'erratti hirmaachuf imalaniitti bohaa turan.
Madda suuraa, AFP
Madda suuraa, AFP
Madda suuraa, Getty Images
Madda suuraa, TOLGA AKMEN/EPA-EFE/REX/Shutterstock
Madda suuraa, Getty Images
Intalli mootii Chaarlootee fi ilmi mootii Joorji sirna awwaalcha akaakilee isaanii irratti maatii saanii waliin argaman.
Madda suuraa, AFP
Madda suuraa, Getty Images
Madda suuraa, Reuters
Mootii Chaarlis III fi miseensoonni maatii mootii kaansi dursanii Galama Westminister keessatti argaman.
Madda suuraa, Reuters
Madda suuraa, Getty Images
Madda suuraa, PA Media
Madda suuraa, PA Media
Madda suuraa, Getty Images
Keessummoonni gara 2,000 ta'an sirna awwaalchaa irratti argamuuf Weestiministeeritti argamaniiru.
Pirezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon, Pirezidaantii Ameerikaa Joo Baayidan fi Ministirri Mummee Kaanaadaa Jastiin Tiruundee hoggantoota addunyaa sirnicha irratti argaman keessayi.
Madda suuraa, Getty Images
Madda suuraa, PA Media
Madda suuraa, AFP
Ministirri Mummee UK Liiz Tiras fi Ministira mummee duraaniis akkasumas sirnicha irratti argaman.
Madda suuraa, Getty Images
Leedii Paameelaa Hiiksi kan Giiftii Elizaabeeti II tajaajilaa turte, keessumoota ganamaan qaqaban keessaa tokko. Akkasumas oggeessa TV Birtish Beer Grills.
Madda suuraa, PA Media
Mirgoonni suuraalee hund ken eegameedha.
Isin hin darbiin
Maaltu haasa'ama?
Baay'ee kan jaalatame
Qabiyyeen kun hin argamne