Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ijoo
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Xiyyaarri Faransaay lammilee biyyattii fiduuf deeme sababa misaa'ela dhukaafamuun osoo UAE ga'iin deebiyuuf dirqame
- Tiraamp egeree Iraan keessatti gahee akkamii akka qabaatu dubbate
- Azarbaajaan haleellaa diroonii Iraan raawwatteef deebii kennuuf dhaadatte
- Iraan biyyoota Gamtaa Awurooppaa akeekkachiifte
- Iraan misaa'eloota hedduu Israa'elitti dhukaaste
- Israa'el haleellaa haaraa Tehraan irratti eegaluu ibsite
- Senetiin US aangoo waraana labsuu Pirezidant Tiraamp deggere
- Awustiraaliyaa fi Kanaadaan waraanni Baha Giddugaleessaa akka qabbanaa'u gaafatan, Iraan nukilara hidhachuu hin qabdu jedhan
- Sa'uudiin misaa'eloota Iraan itti dhukaaste qilleensarratti qolachuu ibsite
- Dooniin waraanaa Iraan Sirilaankaa qarqaratti dhidhimtee namoonni 140 bakki ba'an dhabame
- Dabalataan odeessaalee keenya karaa marsariitii (website), YouTube, Facebook fi WhatsApp hordofuu hin dagatinaa!