Ayyaanaa Cuuphaa: Kabaja ayyaanichaa magaalota Itoophiyaa adda addaatti suuraan

Waggaa waggaan A L I Amajji 10 fi 11 hordoftoota amantaa Bataskaana Ortodoksii Tewaahidoo Itoophiyaa biratti kan kabajamu Ayyaana Kataraafi Cuuphhaa irratti namoonni hedduu ni hirmaatu. Ayyaana addabaabaayiitti bahanii kabajatan kana irratti daa'immanirraa kaasee hanga ga'eessotaatti uufata aadaan faayamanii taabota qe'ee isaaniitti argamu faaruun dabaalanii gaggeessuun bakka buufata isatti deebisu. Suuraawwan kutaa Itoophiyaa bakka gara garaatii kabaja ayyaanichaa agarsiisan kunooti.

Madda suuraa, Anadolu Agency

Ibsa waa'ee suuraa, Bataskaana Boolee Medaaniyaalamiitti farfaattoonni guyyaa Kataraatti

Madda suuraa, AMC

Ibsa waa'ee suuraa, Jaanmedaa (Hurufa Boombii), Finfinnee

Madda suuraa, OBN Afaan Oromo

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuutti

Madda suuraa, OBN Afaan Oromo

Ibsa waa'ee suuraa, Ayyaana Kataraa Godina Gujii magaalaa Bulee Horaatti

Madda suuraa, West Shoa Communication

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa (Jala bultii Cuuphaa) magaalaa Ambootti

Madda suuraa, EDUARDO SOTERAS

Ibsa waa'ee suuraa, Kataraa Gondaritti: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaatti jiraattonni Gondar siidaa Atse Tewodiroos II jala dhaabbatanii

Madda suuraa, Adanech Abebie

Ibsa waa'ee suuraa, Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee "Cuuphaa Gondaritti" kabajanna akkuma jenneen Gondaritti wal argineerra jechuun kana dabalatee suuraawwan biroo fuula Feesbiikii isaaniirratti qoodaniiru.

Madda suuraa, AMC

Ibsa waa'ee suuraa, Ayyaana Kataraa magaala Baahir Daaritti

Madda suuraa, AMC

Ibsa waa'ee suuraa, Naannoo Amhaaraatti Godina Addaa Saba Oromoo

Madda suuraa, Amhara Communication

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa Gondaritti

Madda suuraa, Amhara Communication

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa Kamiseetti

Madda suuraa, AMC

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa ji'otaaf finciltoota Tigraay jala turte Waldiyaatti