Kabaja ayyaana Cuuphaa Magaalaa Naayiroobii suuraan

Itoophiyaan alatti biyyoota ayyaanni Cuphaa haalaan itti kabajamu keessaa tokko Magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobii yoo taatu, gaazexessaan BBC Yaadataa Birhaanuu sirnicharratti argamuun suuraalee mimmiidhagoo kanneen kaaseera.

Ibsa waa'ee suuraa, Duungoo ibsuun sagantaa Ayyaana kanaa keessaa isa tokko
Ibsa waa'ee suuraa, Namoota bishaan qulqulluun eebbifamaa jiran keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Hirmaattota ayyaanichaa keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Hirmaattota ayyaanichaa keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Hirmaattota ayyaanichaa keessaa
Ibsa waa'ee suuraa, Luboonni wayita ixaana aarsan
Ibsa waa'ee suuraa, Ayyaana Cuuphaa Naayiroobiitti
Ibsa waa'ee suuraa, Hirmaattota keessaa abbaa daa'ima qabate waliin