Kabaja ayyaana cuuphaa 2018 suuraan

Ayyaanni cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodoksii biratti bakka gara garaatti kabajamaa jira. Suuraalee kabaja ayyaanichaa magaalota gara garaa daawwadha.

Madda suuraa, Olansa Wakuma

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Cuuphaa Finfinnee - Hirmaattota ayyaanichaa uffannaa aadaa Oromootiin
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuuphaa Gondar - Shamarran suuraa ofee ka'aa jiran

Madda suuraa, Olansa Wakuma

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Cuuphaa Finfinnee - Hirmaattoonni ayyaanichaa wayita faarfatan
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuphaa Naayiroobii - sirna farfannaa
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuuphaa Gondar - dargaggoota gara ayyaanichaa deemaa jiran

Madda suuraa, Olansa Wakuma

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Cuuphaa Finfinnee - Ruufaa fi Bokkuu
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuphaa Naayiroobii - hirmaattota ayyaanichaa
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuuphaa Gondar - Namoota muka koranii sirnicha hordofaa jiran.

Madda suuraa, Olansa Wakuma

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Cuuphaa Finfinnee - hirmaattota ayyaanichaa
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuuphaa Gondar - hirmaattota ayyaanichaa

Madda suuraa, Olansa Wakuma

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Cuuphaa Finfinnee - Wayita faarfatan
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana cuphaa Naayiroobii - Faarfannaa