Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waraanni Somaaliyaa magaalaa loltoonni Itoophiyaa buufatan Baayidowaa maaliif to'ate?

  2. Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu

  3. Ulaa galaanaa Baab El Mendeb Itoophiyaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne yaaddoo uume

  4. Gatiin konkolaattota elektirikii Itoophiyaatti 'garmalee' dabaluun waraana Iraan waliin hidhata qabaa?

  5. Halaabaatti daa'imman lama lagni nyaate guyyoota sadii oliif reeffi barbaadamus hin argamne

  6. 'Miilaan imaluu aadeffadhaa'-Tarkaanfiiwwan mootummaan boba'aa qusachuuf baase maali fa'i?

  7. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  8. ABO'n waggoota 30 oliin booda filannootti deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka?

  9. Carraan US waraana lafootiin Iraan weeraruu hagami?

  10. Itoophiyaatti hanqina boba'aa mudateen hojjetoonni mootummaa boqonnaa akka bahan taasifamuufi

  11. UAE'n waraana Baha Giddugaleessaa keessatti gaggeeffamaa jiruun maaliif gatii guddaa baasaa jirti?

  12. Amantiin tokko isa kaaniin 'karaa sirrii irra hin jirtu,' jechuu danda'aa? Seerri maal jedha?

  13. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote

  14. US'tti hiriirri 'Mootii Hin Barbaadnuu' Tiraamp mormuun bahame lakkoofsa ummataa guddaa hawwate

  15. Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena

  16. Bishaan akkamitti boba'aan qixxee qaama waraana Baha Giddugaleessaa ta'a?