Akkuma Hamaas Israa'eliin wallolaa kan jiru Hezboollaah eenyu?
Akkuma Hamaas Israa'eliin wallolaa kan jiru Hezboollaah eenyu?
Gareen hidhattootaa Hezboollaah akkuma garee Hamaas Israa'eliin wal lolaa jiru.
Keessattuu erga Hamaas Israa'el irratti haleellaa raawwachuun humnoota Israa'el waliin wal waraana keessa seeneen booda, Hezboollaah kan Libaanoon keessa maadheffate waliin walitti dhukaasaa jiraachuun gabaafamaa jira.
Gareen Iraaniin akka deeggaramu himamuu fi karaa kaabaa Israa'eeliin rookkeettii waliitti dhukaasaa jiran kun eenyuudha?



