Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Boordiin Filannoo 'galmee filattotaa dirqamaa fi mindaa kutuun doorsisuu' akeekkachiise

  2. Bulchiinsi waggoota saddeetii MM Abiy yeroo xiinxalamu

  3. Hanqinni boba'aa guddaa addunyaa yoom mudate? Kan ammaa hangam hammaataadha?

  4. Waraanni Somaaliyaa magaalaa loltoonni Itoophiyaa buufatan Baayidowaa maaliif to'ate?

  5. Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu

  6. Ulaa galaanaa Baab El Mendeb Itoophiyaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne yaaddoo uume

  7. Gatiin konkolaattota elektirikii Itoophiyaatti 'garmalee' dabaluun waraana Iraan waliin hidhata qabaa?

  8. Halaabaatti daa'imman lama lagni nyaate guyyoota sadii oliif reeffi barbaadamus hin argamne

  9. 'Miilaan imaluu aadeffadhaa'-Tarkaanfiiwwan mootummaan boba'aa qusachuuf baase maali fa'i?

  10. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  11. ABO'n waggoota 30 oliin booda filannootti deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka?

  12. Carraan US waraana lafootiin Iraan weeraruu hagami?

  13. Itoophiyaatti hanqina boba'aa mudateen hojjetoonni mootummaa boqonnaa akka bahan taasifamuufi

  14. UAE'n waraana Baha Giddugaleessaa keessatti gaggeeffamaa jiruun maaliif gatii guddaa baasaa jirti?

  15. Amantiin tokko isa kaaniin 'karaa sirrii irra hin jirtu,' jechuu danda'aa? Seerri maal jedha?

  16. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote